1 ቆሮንቶስ 2:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Ammas nuyi kennaa isa Waaqayyo biraa nuuf kenname beekuudhaaf, hafuura isa Waaqayyo biraa dhufe fudhanne malee, hafuura biyya lafa kanaa hin fudhanne*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Nu akka waan Waaqni toluma nuu kenne hubannuuf Hafuura Waaqa irraa dhufe arganne malee hafuura addunyaa hin arganne. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ኑ አከ ዋን ዋቅን ቶሉመ ኑ ኬኔ ሁበትኑፍ ሀፉረ ዋቀራ ዹፌ አርገትኔ መሌ ሀፉረ አዱኛ ህንአርገትኔ። See the chapter |