1 ቆሮንቶስ 2:11 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Waan yaada namaa keessa jiru, hafuuruma namicha keessa jirutu beeka malee, namni biraa beekuu hin danda'u; akkasumas hafuura Waaqayyoo malee, eenyu illee yaada Waaqayyoo hin hubatu. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Hafuura isa keessa jiru malee yaada nama tokkoo eenyutu beeka? Akkasuma immoo Hafuura Waaqaa malee kan yaada Waaqaa beeku tokko iyyuu hin jiru. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ሀፉረ እሰ ኬሰ ጅሩ መሌ ያደ ነመ ቶኮ ኤኙቱ ቤከ? አከሱመሞ ሀፉረ ዋቃ መሌ ከን ያደ ዋቃ ቤኩ ቶኮዩ ህንጅሩ። See the chapter |