1 ቆሮንቶስ 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Waaqayyo garuu hafuura qulqulluudhaan isa kana nutti mul'ise; hafuurri qulqulluun waan hundumaa, yaada Waaqayyoo isa gad fagoo iyyuu qoree bira in ga'a*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Waaqni garuu Hafuura isaatiin waan kana nutti mulʼiseera. Hafuurri wantoota hunda, wantoota Waaqaa kanneen gad fagoo taʼan illee ni qora. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ዋቅን ገሩ ሀፉረሳቲን ዋን ከነ ኑት ሙልእሴረ። ሀፉር ወንቶተ ሁንደ፣ ወንቶተ ዋቃ ከኔን ገድ ፈጎ ተአንሌ ንቆረ። See the chapter |