1 ቆሮንቶስ 1:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Isin waanuma dubbatan hubachiisuudhaaf ofii keessaniifis waan hundumaa hubachuudhaaf, karaa hundumaan kennaa guutuu isumaan argattaniittu*. See the chapterHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Isinis karaa hundaan jechuunis dubbii fi beekumsa hundaan isaan badhaataniirtu; See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስንስ ከራ ሁንዳን ጄቹንስ ዱቢፊ ቤኩምሰ ሁንዳን እሳን በዻተኒርቱ፤ See the chapter |