Gara Worra Filiphisiiyusii 1:19 - Kitaaba Woyyuu19 Kun kadhaa keessanii fi kennaa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin naaf fayyinna akka ta'u waan beekuuf gammada. See the chapterWAADAA LAMMATAA19 Kun kadhaa keessanii fi kennaa Ayyaana Yesuus Kiristoosiitiin naaf fayyinna akka ta'u, waan beekuuf gammada. See the chapterWaadaa Haarawa19 Ka biraa waayeen ittiin gammadu kadhannaa keessan fi gargaarssa Hafuura Yesus Kristositiin bilisa akka bayu, waan beekuuf. See the chapter |