ፊልጵስዩስ 4:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Waan hundumaa keessatti Waaqa kadhachuu fi waammataan, galata wajjinis gaaffii keessan Waaqatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti isin barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa*! See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋን ሁንዱማ ኬሰት ዋቀ ከዸቹፊ ዋመታን፣ ገለተ ወጅንስ ጋፊኬሰን ዋቀት ዽኤፈዻ መሌ ዋን ቶኮሌ ህንያደእና። See the chapter |