ፊልጵስዩስ 4:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Garraamummaan keessan nama hundumaa biratti haa beekamu. Gooftaan dhiʼoo jira. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Garraamummaan keessan nama hundumaa biratti haa beekamu! Gooftaan dhi'oo dha, dhi'ootti in dhufas*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ገራሙማንኬሰን ነመ ሁንዱማ ብረት ሃቤከሙ። ጎፍታን ዽኦ ጅረ። See the chapter |