ፊልጵስዩስ 4:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Yaa hidhata dhugaa, dubartoonni kunneen Qaleeminxoosii fi warra na wajjin hojjetan kanneen maqaan isaanii kitaaba jireenyaa keessatti barreeffame kaan wajjin waan hojii wangeelaa keessatti na wajjin dadhabaniif akka ati isaan gargaartuuf sin kadhadha. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Atis yaa amanamaa hiriyaa ko, dubartoota kana akka gargaartu sin kadhadha; isaan kun, Klemens, warri kaan hojii irratti hidhata koo warri ta'an, warri jireenya argachuudhaaf maqaan isaanii macaafa jireenyaa keessatti caafame, dorgomee hojii wangeelaatti anaa wajjin dhama'aa turan*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ያ ህዸተ ዹጋ፣ ዱበርቶትን ኩኔን ቀሌምንጦሲፊ ወረ ነ ወጅን ሆጄተን ከኔን መቃንሳኒ ክታበ ጅሬኛ ኬሰት በሬፈሜ ካን ወጅን ዋን ሆጂ ወንጌላ ኬሰት ነ ወጅን ደዸበኒፍ አከ አት እሳን ገርጋርቱፍ ስን ከዸዸ። See the chapter |