Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 4:18 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

18 Ani kaffaltii guutuu argadhee caalaa iyyuu qabaadheera; kennaa isin ergitanis Ephafroodiixuu harkaa fudhadhee hamma na gaʼu argadheera. Kunis kennaa urgaaʼaa fi qalma fudhatamaa Waaqa gammachiisuu dha.

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

18 Ammas wanti hundinuu guutummaatti na ga'eera, kan ga'u caalaas fudhadheera. Kennaan isin ergitan, akka aarsaa urgaa'aa fi qalma Waaqayyo duratti fudhatamee isa gammachiisuu ti; kennaa kana immoo Ephafrodixos harkaa fudhadhee guuttadheera*.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

18 አን ከፈልቲ ጉቱ አርገዼ ጫላዩ ቀባዼረ፤ ኬና እስን ኤርግተንስ ኤጰፍሮዲጡ ሀርካ ፉዸዼ ሀመ ነ ገኡ አርገዼረ። ኩንስ ኬና ኡርጋኣፊ ቀልመ ፉዸተማ ዋቀ ገመቺሱዸ።

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 4:18

Follow us:

Advertisements


Advertisements