Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 4:16 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Yeroo ani Tasaloniiqee turetti illee yommuu ani rakkadhetti isin yeroo tokkoo ol gargaarsa naaf ergitaniituutii.

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Tasaloniiqeetti iyyuu gargaarsa deddeebiftanii anaaf ergitaniittu*.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ዬሮ አን ተሰሎኒቄ ቱሬትሌ ዮሙ አን ረከዼት እስን ዬሮ ቶኮ ኦል ገርጋርሰ ናፍ ኤርግተኒቱቲ።

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 4:16

Follow us:

Advertisements


Advertisements