ፊልጵስዩስ 4:11 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Ani waan waa dhabeef akkana jechaa hin jiru; haala kam iyyuu keessatti na gaʼa jechuu baradheeraatii. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Kana jechuun koo waa dhabee komachuu koo miti; ani akka kamitti iyyuu of danda'ee jiraachuu bareera*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አን ዋን ዋ ዸቤፍ አከነ ጄቻ ህንጅሩ፤ ሃለ ከምዩ ኬሰት ነ ገአ ጄቹ በረዼራቲ። See the chapter |