Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 4:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 Sababii isin dhuma irratti deebitanii naa yaaduu jalqabdaniif ani Gooftaatti baayʼee nan gammada. Dhugumaanuu carraa ittiin argisiiftan dhabdaniiti malee isin durumaanuu naa yaadaa turtan.

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Isin amma anaaf dhimmuun keessan guutummaatti akka lubbuu godhatu gochuu keessaniif gooftaatti guddaa nan gammade. Duraan iyyuu dhuguma anaaf in dhimmitu turtan, garuu kana mul'isuudhaaf fucha hin arganne.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 ሰበቢ እስን ዹመረት ዴብተኒ ናፍ ያዱ ጀልቀብደኒፍ አን ጎፍታት ባይኤ ነንገመደ። ዹጉማኑ ጨራ እቲን አርግሲፍተን ዸብደኒት መሌ እስን ዱሩማኑ ናፍ ያዳ ቱርተን።

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 4:10

Follow us:

Advertisements


Advertisements