Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 4:1 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Kanaafuu yaa obboloota ko, isin warri ani jaalladhuu fi warri ani yaadu, warri gammachuu kootii fi gonfoo koos taatan, yaa michoota ko, akkanatti Gooftaatti jabaadhaa dhaabadhaa!

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Kanaafis yaa obboloota jaallatamoo ani arguu yaadu, gammachuu koo fi gonfoo ulfina koo michoota koos, gooftaatti jabaadhaa dhaabadhaa*!

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ከናፉ ያ ኦቦሎተኮ፣ እስን ወር አን ጃለዹፊ ወር አን ያዱ፣ ወር ገመቹኮቲፊ ጎንፎኮስ ታተን፣ ያ ምቾተኮ አከነት ጎፍታት ጀባዻ ዻበዻ!

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 4:1

Follow us:

Advertisements


Advertisements