ፊልጵስዩስ 3:4 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 taʼus ani mataan koo amanachuu akkanaatiif sababii qaba. Namni biraa kam iyyuu foon amanachuuf waan sababii qabu yoo of seʼe, ani immoo isa caalaa qaba: See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Haa ta'u iyyuu malee, ani ofii kootii isa kan foonii iyyuu amanachuudhaaf sababii qabaachuu nan danda'an ture; namni biraa isa kan foonii kana amanachuudhaaf sababii qaba yoo of se'e, ani immoo isa caalaa iyyuu sababii qaba*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ተኡስ አን መታንኮ አመነቹ አከናቲፍ ሰበቢ ቀበ። ነምን ብራ ከምዩ ፎን አመነቹፍ ዋን ሰበቢ ቀቡ ዮ ኦፍ ሴኤ፣ አንሞ እሰ ጫላ ቀበ፦ See the chapter |