ፊልጵስዩስ 3:21 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 innis humna waan hunda of jala galfachuu isa dandeessisu sanaan akka dhagni keenya inni dadhabaan dhagna isaa ulfina qabeessa sana fakkaatuuf dhagna keenya ni geeddara. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Inni humna isaatiin bifa dhagna keenyaa isa gad deebi'aa diddiiree, akka dhagna isaa isa ulfina-qabeessaa gochuu in danda'a; humna kanaanis waanuma hundumaa of jala in galcha*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እንስ ሁምነ ዋን ሁንደ ኦፍ ጀለ ገልፈቹ እሰ ደንዴስሱ ሰናን አከ ዸግንኬኘ እን ደዸባን ዸግነሳ ኡልፍነ ቀቤሰ ሰነ ፈካቱፍ ዸግነኬኘ ንጌደረ። See the chapter |