ፊልጵስዩስ 3:14 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 badhaasa Waaqni Kiristoos Yesuusiin ol samiitti itti na waame sana argachuuf gara kaayyoo sanaatti nan fiiga. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Akeeka sana bira ga'ee gonfoo warra mo'anii argachuudhaaf nan kaadha; gonfoon warra mo'anii kunis waamicha isa Waaqayyo karaa Kristos Yesus itti ol nu waamee dha*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 በዻሰ ዋቅን ክርስቶስ ዬሱሲን ኦል ሰሚት እት ነ ዋሜ ሰነ አርገቹፍ ገረ ካዮ ሰናት ነንፊገ። See the chapter |