ፊልጵስዩስ 3:13 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Yaa obboloota, ani akka waan harkatti isa galfadheetti hin ilaalu. Waan tokko garuu nan godha: Waan na duuba jiru irraanfadhee gara waan fuula koo dura jiruutti nan hiixadha; See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Obboloota ko, ani akka nama harka isaa keessa isa galfateetti of hin lakkaa'u. Haa ta'u iyyuu malee, waan tokko nan godha; wanta na booddeetti hafe yaaduu dhiisee, wanta na dura jirutti nan hiixadha*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ያ ኦቦሎተ፣ አን አከ ዋን ሀርከት እሰ ገልፈዼት ህንእላሉ። ዋን ቶኮ ገሩ ነንጎዸ፦ ዋን ነ ዱበ ጅሩ እራንፈዼ ገረ ዋን ፉለኮ ዱረ ጅሩት ነንሂጠዸ፤ See the chapter |