ፊልጵስዩስ 3:12 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Kiristoos Yesuus waan kan ofii isaa na godhateef anis waan kana harkatti galfachuuf nan fiiga jechuudha malee waan kana hunda argadheera yookaan nama hirʼina hin qabne taʼeera jechuu miti. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Kanas argadhee waanan guuttadheef miti; garuu Kristos kan isaa waan na godhateef, anis isa kana bira ga'ee harka koo keessa galfachuudhaaf duukaa kaachuutti nan jira*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ክርስቶስ ዬሱስ ዋን ከን ኦፊሳ ነ ጎዸቴፍ አንስ ዋን ከነ ሀርከት ገልፈቹፍ ነንፊገ ጄቹዸ መሌ ዋን ከነ ሁንደ አርገዼረ ዮካን ነመ ህርእነ ህንቀብኔ ተኤረ ጄቹ ምት። See the chapter |