ፊልጵስዩስ 3:1 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Dhuma irrattis yaa obboloota ko, Gooftaatti gammadaa! Ani waanuma kanaan duraa irra deebiʼee isinii barreessuun na hin dhibu; kun isiniif eegumsa. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Kana irraa kan hafes yaa obboloota ko, gooftaatti gammadaa! Wanta ani kanaan dura isiniif caafe caalaatti isiniif cimsuudhaaf, keessa deebi'ee isiniif caafuun ana hin dhibu*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዹመረትስ ያ ኦቦሎተኮ፣ ጎፍታት ገመዳ! አን ዋኑመ ከናን ዱራረ ዴብኤ እስኒ በሬሱን ነ ህንዽቡ፤ ኩን እስኒፍ ኤጉምሰ። See the chapter |