ፊልጵስዩስ 2:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Bifa namaa uffatee argamuudhaanis, gad of deebise; duʼaaf jechuunis duʼa fannoo irraatiif iyyuu ni ajajame! See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Inni gad of deebisee, hamma du'aatti, hamma fannifamee du'utti iyyuu abboomamaa ta'e*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ብፈ ነማ ኡፈቴ አርገሙዻንስ፣ ገድ ኦፍ ዴብሴ፤ ዱኣፍ ጄቹንስ ዱአ ፈኖ እራቲፍዩ ንአጀጀሜ! See the chapter |