Online Bible

- Advertisements -




ፊልጵስዩስ 2:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

7 qooda kanaa inni bifa garbaa uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godhe.

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

7 Inni ulfina sana gad dhiisee, akka waan, waan tokkotti hin galle of godhe; bifa garbummaa in fudhate; fakkaattii namummaatiin in dhalate, waan hundumaanis nama ta'ee argame*.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

7 ቆደ ከና እን ብፈ ገርባ ኡፈቴ ፈካቲ ነማ ፉዸቹዻን ዱዋ ኦፍ ጎዼ።

See the chapter Copy




ፊልጵስዩስ 2:7

Follow us:

Advertisements


Advertisements