ፊልጵስዩስ 2:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Inni utuma bifa Waaqaatiin jiruu, wal qixxummaa Waaqa wajjin qabu akka waan irraa fudhatameetti hin lakkoofne; See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Inni bifa waaqayyummaatiin utuma jiruu, ulfina waaqayyummaa isa abbaa isaa wajjin wal isa qixxeessu wanta qabatanii itti hafanitti hin lakkoofne*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እን ኡቱመ ብፈ ዋቃቲን ጅሩ፣ ወል ቅጡማ ዋቀ ወጅን ቀቡ አከ ዋን እራ ፉዸተሜት ህንለኮፍኔ። See the chapter |