ፊልጵስዩስ 2:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 gammachuu koo naa guutaa; yaadaan tokko taʼaa; jaalala tokko qabaadhaa; hafuuraa fi kaayyoon tokko taʼaa. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Ammas isin warra yaada garaa tokkoo ta'uudhaan, jaalala tokko qabaachuudhaan, yaada walitti dabalattanii tokko ta'uudhaan, yaada tokkotti waliif galuudhaan gammachuu koo fiixaan anaaf baasaa*! See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ገመቹኮ ናፍ ጉታ፤ ያዳን ቶኮ ተኣ፤ ጃለለ ቶኮ ቀባዻ፤ ሀፉራፊ ካዮን ቶኮ ተኣ። See the chapter |