ፊልጵስዩስ 2:1 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Kanaafuu gorsa Kiristoosiin qabdan kam iyyuu taanaan, jaalalaan wal jajjabeessuu kam iyyuu taanaan, tokkummaa Hafuuraa kam iyyuu taanaan, araaraa fi gara laafina kam iyyuu taanaan, See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Egaa karaa Kristos wal gorsuun, jaalala isaatiin wal jajjabeessuun, karaa hafuura qulqulluu tokkummaa qabaachuun, gara-laafinaan namaaf yaaduun nuuf kennameera*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ከናፉ ጎርሰ ክርስቶሲን ቀብደን ከምዩ ታናን፣ ጃለላን ወል ጀጀቤሱ ከምዩ ታናን፣ ቶኩማ ሀፉራ ከምዩ ታናን፣ አራራፊ ገረ ላፍነ ከምዩ ታናን፣ See the chapter |