ፊልጵስዩስ 1:30 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 kunis walʼaansoo ani keessa ture isa argitan sanaa fi isa ani amma iyyuu keessa jiru kan dhageessan kana keessa darbuutti waan jirtaniifii dha. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Kanatti dhama'uu koo akkuma kanaan dura ana irraa argitan, ammas waa'ee kootiif dhaga'aa jirtan, isinis itti dhama'uu in dandeessu*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 ኩንስ ወልኣንሶ አን ኬሰ ቱሬ እሰ አርግተን ሰናፊ እሰ አን አመዩ ኬሰ ጅሩ ከን ዸጌሰን ከነ ኬሰ ደርቡት ዋን ጅርተኒፊዸ። See the chapter |