ፊልጵስዩስ 1:28 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Isin waanuma tokkoon illee mormitoota keessaniin hin raafaminaa. Kun isaaniif mallattoo badiisaa ti; isiniif immoo mallattoo fayyinaa ti; kunis hojii Waaqaa ti. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Isin waanuma tokkoon illee warra isinitti ka'an sodaattanii hin raafaminaa! Jabaattanii dhaabachuun keessan Waaqayyo biraa isiniif kenname; kunis warri isinitti ka'an baduu isaanii, isin immoo fayyuu keessan in argisiisa*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 እስን ዋኑመ ቶኮንሌ ሞርምቶተኬሰኒን ህንራፈምና። ኩን እሳኒፍ መለቶ በዲሳት፤ እስኒፍሞ መለቶ ፈይናት፤ ኩንስ ሆጂ ዋቃት። See the chapter |