ፊልጵስዩስ 1:22 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Ani yoo fooniin jiraadhe kun anaaf hojii buʼa qabeessa; garuu maalan filadha? Ani hin beeku! See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Ittuma fufee lafa irra jiraachuu kootiin caalaatti hojii ija qabu nan hojjedha yoo ta'e garuu, waan ani fo'adhu hin beeku. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 አን ዮ ፎኒን ጅራዼ ኩን አናፍ ሆጂ ቡአ ቀቤሰ፤ ገሩ ማለን ፍለዸ? አን ህንቤኩ! See the chapter |