ፊልጵስዩስ 1:13 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Kanaanis Kiristoosiif jedhee hidhamuun koo guutummaa masaraatii fi namoota kaan hunda biratti beekameera. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Ani Kristosiif jedhee hidhamuun koo warra mana mootummaa warra Roomaa keessaa hundumaa, namoota warra kaan hundumaa birattis beekameera*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ከናንስ ክርስቶሲፍ ጄዼ ህዸሙንኮ ጉቱማ መሰራቲፊ ነሞተ ካን ሁንደ ብረት ቤከሜረ። See the chapter |