Daaniʼel 9:14 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Waaqayyo balaa nutti fiduu irraa duubatti hin deebine; Waaqayyo Waaqni keenya waan hojjetu hundaan qajeelaadhaatii; nu garuu isaaf hin ajajamne. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Waaqayyo dubbii isaa eegee wanta hamaa sana nu irratti fide; Waaqayyo gooftaan keenya hojii hojjetu hundumaatti qajeelaa dha, nuyi garuu sagalee isaa hin dhaggeeffanne. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ዋቀዮ በላ ኑት ፍዱራ ዱበት ህንዴብኔ፤ ዋቀዮ ዋቅንኬኘ ዋን ሆጄቱ ሁንዳን ቀጄላዻቲ፤ ኑ ገሩ እሳፍ ህንአጀጀምኔ። See the chapter |