Daaniʼel 8:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Anis mulʼata koo keessatti gamoo Suusaa kan kutaa biyyaa Eelaam keessattan of arge. Ani mulʼata sana keessatti Laga Uulayi biran ture. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Mul'aticha keessatti ani mandara Susaa, ishee kutaa biyya Elaam keessaa, dallaa dhagaatiin marfamtee keessa akkan ture nan arge; mul'aticha sana keessatti laga Ulaayi bukkee dhaabadhee akkan ture nan arge*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አንስ ሙልአተኮ ኬሰት ገሞ ሱሳ ከን ኩታ ብያ ኤላም ኬሰተን ኦፍ አርጌ። አን ሙልአተ ሰነ ኬሰት ለገ ኡለይ ብረን ቱሬ። See the chapter |