Daaniʼel 8:14 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Innis, “Wanni sun galgalaa fi ganama 2,300 fudhata; ergasii iddoon qulqulluun deebiʼee ni qulqulleeffama” naan jedhe. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Inni duraa deebisee isa gaaffii gaafate sanaan,<<Hamma ganamaa fi galgala kuma lamaa fi dhibba sadiitti in tura; kana booddee iddoon qulqullaa'aan sun qajeeltootti in deebifama>> jedhe*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 እንስ፣ “ወን ሱን ገልገላፊ ገነመ 2,300 ፉዸተ፤ ኤርገሲ እዶን ቁልቁሉን ዴብኤ ንቁልቁሌፈመ” ናን ጄዼ። See the chapter |