Daaniʼel 7:22 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 kunis hamma Inni Bara Durii dhufee qulqulloota Waaqa Waan Hundaa Oliitiif murutti ture; yeroon itti qulqulloonni mootummaa dhaalanis ni dhufe. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Inni bara baay'ee dheeraa jiraate sun yeroo dhufetti, warra isa hundumaa gara irraa jiruuf qulqullaa'anii fi firdiin in kenname; yeroon warri Waaqayyoof qulqullaa'an itti mootummicha qabaatan in ga'e. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ኩንስ ሀመ እን በረ ዱሪ ዹፌ ቁልቁሎተ ዋቀ ዋን ሁንዳ ኦሊቲፍ ሙሩት ቱሬ፤ ዬሮን እት ቁልቁሎትን ሞቱማ ዻለንስ ንዹፌ። See the chapter |