Daaniʼel 7:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Daaniʼel akkana jedhe; “Ani halkan sana mulʼata koo keessatti nan ilaale; kunoo qilleensonni samii afran fuula koo duratti galaana guddaa raasaa turan. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Daani'el itti fufee,<<Kunoo! Qilleensonni bantii waaqaa jalaa golee arfanii qilleensa'anii galaana isa guddaa raasuu isaanii halkan mul'ataan nan arge*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ዳንኤል አከነ ጄዼ፤ “አን ሀልከን ሰነ ሙልአተኮ ኬሰት ነንእላሌ፤ ኩኖ ቅሌንሶትን ሰሚ አፍረን ፉለኮ ዱረት ገላነ ጉዳ ራሳ ቱረን። See the chapter |