Daaniʼel 7:12 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Bineensota kaan irraa immoo aangoon isaanii ni fudhatame; garuu akka isaan yeroof jiraatan ni eeyyamameef. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Bineensonni warri hafan immoo mootummaan isaanii isaan irraa in fudhatame, ofii isaaniitii garuu yeroodhaaf, kutaa baraafis jiraachuun isaaniif in kenname*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ብኔንሶተ ካንራሞ ኣንጎንሳኒ ንፉዸተሜ፤ ገሩ አከ እሳን ዬሮፍ ጅራተን ንኤየመሜፍ። See the chapter |