Online Bible

- Advertisements -




Daaniʼel 6:27 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Inni ni baraara; ni oolchas; samii keessaa fi lafa irratti mallattoowwanii fi dinqiiwwan hojjeta. Inni Daaniʼelin, afaan leencotaatii baaseera.”

See the chapter Copy

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Inni in oolcha, in hoofkalchas; inni bantii waaqaa keessatti, lafa irrattis, milikkitoota in argisiisa, dinqiiwwan in hojjeta; Daani'elin harka leencotaa keessaa inni oolche isa!>> jedhe.

See the chapter Copy

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 እን ንበራረ፤ ንኦልቸስ፤ ሰሚ ኬሳፊ ለፈረት መለቶወኒፊ ድንቂወን ሆጄተ። እን ዳንኤልን፣ አፋን ሌንጮታቲ ባሴረ።”

See the chapter Copy




Daaniʼel 6:27

Follow us:

Advertisements


Advertisements