Daaniʼel 5:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ergasiis ogeeyyiin mootichaa hundi ol seenan; isaan keessaa garuu namni katabbii sana dubbisuu yookaan hiikkaa isaa mootichatti himuu dandaʼu tokko iyyuu hin argamne. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yommus beektonni mootichaa hundinuu ol lixan; garuu caaffaticha dubbisuu, hiikaa isaas mootichatti beeksisuu hin dandeenye*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ኤርገሲስ ኦጌዪን ሞትቻ ሁንድ ኦል ሴነን፤ እሳን ኬሳ ገሩ ነምን ከተቢ ሰነ ዱብሱ ዮካን ሂካሳ ሞትቸት ህሙ ደንደኡ ቶኮዩ ህንአርገምኔ። See the chapter |