Daaniʼel 5:28 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 “Faares jechuun mootummaan kee qoodamee namoota Meedeetii fi Faaresiitiif kenname jechuu dha.” See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 <<Feres>> jechuun <<Gargar cabe>> jechuu dha; kanaaf mootummaan kee gargar cabee, warra Medoonii fi Faaresiif kenname>> jedhe. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 “ፋሬስ ጄቹን ሞቱማንኬ ቆደሜ ነሞተ ሜዴቲፊ ፋሬሲቲፍ ኬነሜ ጄቹዸ።” See the chapter |