Daaniʼel 2:20 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 akkana jedhe: “Maqaan Waaqaa bara baraa hamma bara baraatti haa eebbifamu; ogummaanii fi humni kan isaa ti. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Daani'el, <<Ogummaanii fi aangoon kan isaa waan ta'eef, maqaan Waaqayyoo baraa hamma bara baraatti eebbifamaa haa ta'u! See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 አከነ ጄዼ፦ “መቃን ዋቃ በረ በራ ሀመ በረ በራት ሃኤብፈሙ፤ ኦጉማኒፊ ሁምን ከንሳት። See the chapter |