Daaniʼel 2:17 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Ergasii Daaniʼel gara mana isaatti deebiʼee waan sana michoota isaa Hanaaniyaatti, Miisaaʼelii fi Azariyaatti hime. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kana booddee Daani'el mana isaatti galee dubbicha hiriyoota isaa Hanaaniyaa, Miishaa'elii fi Azaariyaatti beeksise. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኤርገሲ ዳንኤል ገረ መነሳት ዴብኤ ዋን ሰነ ምቾተሳ ሀናንያት፣ ሚሳኤሊፊ አዘርያት ህሜ። See the chapter |