Daaniʼel 11:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 “Mootiin Kibbaa ni jabaata; ajajjoota loltoota isaa keessaa tokko garuu isa caalaa iyyuu jabaatee humna guddaadhaan mootummaa sana bulcha. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 <<Mootiin biyya gara mirgaa in jabaata; garuu gurguddoota loltuu isaa keessaa inni tokko isa caalaa in jabaata, in mo'as, mootummaan isaas mootummaa guddaa in ta'a. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 “ሞቲን ክባ ንጀባተ፤ አጀጆተ ሎልቶተሳ ኬሳ ቶኮ ገሩ እሰ ጫላዩ ጀባቴ ሁምነ ጉዳዻን ሞቱማ ሰነ ቡልቸ። See the chapter |