Daaniʼel 11:19 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Kana irratti inni fuula isaa gara daʼannoowwan biyya isaatti deebifata; garuu gufatee kufa; deebiʼees hin argamu. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Mootichi biyya gara bitaa sun gara masaraa biyya isaatiitti fuula in deebifata, garuu gufuun isa in argata in kufa, deebi'ees hin argamu. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ከነረት እን ፉለሳ ገረ ደአኖወን ብየሳት ዴብፈተ፤ ገሩ ጉፈቴ ኩፈ፤ ዴብኤስ ህንአርገሙ። See the chapter |