2 ተሰሎኒቄ 2:17 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 hojii fi dubbii gaarii hunda keessatti garaa keessan haa jajjabeessu; isin haa cimsus. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Innumti garaa keessan haa jajjabeessu, hojii gaarii fi dubbii gaarii hundumaattis isin haa cimsu*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ሆጂፊ ዱቢ ጋሪ ሁንደ ኬሰት ገራኬሰን ሃጀጀቤሱ፤ እስን ሃጭምሱስ። See the chapter |