2 ቆሮንቶስ 2:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Anis akka isin waan hunda irratti ajajamtoota taatan mirkaneeffachuufin waan kana isinii barreesse. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kanaafis ani wanta hundumaatti abboomamoo ta'uu keessan qoree beekuudhaaf isiniif caafeera. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 አንስ አከ እስን ዋን ሁንደረት አጀጀምቶተ ታተን ምርከኔፈቹፍን ዋን ከነ እስኒ በሬሴ። See the chapter |