1 ተሰሎኒቄ 2:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Gorsi nu kenninus kan dogoggora yookaan xuraaʼummaa yookaan gowwoomsaa irraa dhufe miti. See the chapterMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Wanti nuyi isin gorsinu jal'ina keessaa, xuraa'ummaa keessaas hin baane; haxxummaas hin qabu*. See the chapterክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ጎርስ ኑ ኬንኑስ ከን ዶጎጎረ ዮካን ጡራኡማ ዮካን ጎዎምሳራ ዹፌ ምት። See the chapter |