2 Duuba anini, Eesaa deemta? jed'e gaafad'e. Inni, Yerusalemu d'eerinnafi ballinna isii biimu deema naani jed'e.