13 AABBO Waaqi waan niitiini jed'e, Wonti atini taate kunini maal? Niitiini waan jetteeni, Bofati na sobe jennaani nyaad'e.