Online Bible

- Advertisements -




Uumama 2:9 - KITAABA WAAQA

9 Inni mukeeni guddo ilti namaa jaalattu, ta mid'aani isii guddo sagale dansaa oobru suni keesati baase; ammalle wod'aka oobru suni keesati mukha jireennatiifi mukha waan dansaafi hamtu ch'ufa nama hubachiisu baase.

See the chapter Copy




Uumama 2:9

Follow us:

Advertisements


Advertisements