29 Jennaani Waaqi waan jed'e, Anini mukha mid'aani killetiifi ka mich'iraani qabuufi ka inqamnele ch'ufa ya isanii kenne, nyaad'a quufa.