2 Jaaroleeni, Ufi iwolaaliina, qalbi horad'a, ufi qorqorad'a; d'ugefacha dansaafi jaalalafi obsa horad'a jed'iini.