15 Waan kana nama barsiisi, jabeenna kanke ch'ufaani nama si ch'aqasu ch'ufa jabeesi, gorsi. Nami tokoleeni si intufatiini.